Home\For parents\Languages\Ati fi mucaan kee GenV keessatti akka qooda fudhattan isin afeerra.
Back Ati fi mucaan kee GenV keessatti akka qooda fudhattan isin afeerra.

Ati fi mucaan kee GenV keessatti akka qooda fudhattan isin afeerra.

GenV hamilata (prject) qorannoo daa’imummaa (childhood) Australia keessatti isa guddaa fi jalqabaa ti.

Ibsa odeeffannoo Maatii/Guddisee GenV

Akkasumas galmee (document) kana dubbisuudhaan yookaan vidiyoo {www.genv.org.au} kana ilaaluudhaan waa’ee GenV baruu dandeessa. Osoo hin murteessin GenV maaliif akka tahaa jiruu fi maal akka qooda fudhachiisu hubatuu qabda.

Erga mucaan kee dhalatteen booda – yeroo hedduu hospitaala keessatti, gartuu GenV sitti dhufu yookaan si qunnamu. Akka namootn saphlaatti itti eda’amuu danda’aniif GenV hanga danda’ametti waan hunda saphlisuu yaala.

GenV akkamiin itti dabalamna?

Korboo Hayyamaa (Consent Form) ni mallatteessita, gara garlchii isaa akka qabaattuuf siif kennina. GenV guutummaa isaa yookaan hanga tokkoo isaa keessatti qooda fudhatuu dandeessa.

Waa’ee kanaa tokkoo tokkoo isaa caalaatti gara gadiitti ilaali

Qajeelfama kana dubbisi

Yoo hayyamtee GenV mallatteessite odeeffannoo fi waan fuudhamu (swaps) si fi mucaa kee irraa fudhna, guddina mucaan kee hordofnees akkasuma godhna.

Yoo itti waliif galte fakkii (sample) takka ykn lameen isaa fudhtee kara postaa nutti erguu dandeessa.

Qajeelfama kana dubbisi

Qodaa gadtee ykn ni dogoggortee? – nu qunnami:

Qodaa haxooftuu (swab kit) Qajeelfama GenV Akka itti Jalee (Nappy) Haxaawan

Waa’ee jalee (nappy) haxaawanii fuudhuu caalaatti {asii} dubbisi.

Qajeelfama kana dubbisi

Qodaa aannan harmaa (a breast milk kit) Qaceelfama GenV kan Aannan Harmaa

Waa’ee fakkii aannan harmaa (breast milk) caalaatti {asii} dubbisi.

Qajeelfama kana dubbisi